Ethiopia has accused Eritrea’s government of working with an opposition group based in Ethiopia’s northern Tigray region to prepare for a military offensive, underscoring concerns of renewed conflict ...
Barnoota keessan waggaa 11 fi 12 yeroo filattan, maal irratti akka dandeettii qabdanii fi maal akka isin gammachiisu ilaaluun barbaachisaadha. Yeroo mana barumsaatii baatan maal gochuu akka barbaaddan ...
Paastariin umurii ganna 75, Y Hin Nee mana amantaa isaa US bulchiinsaa Kaaliforniyaa jiru keessatti wangeela barsiisa. Yeroo dargaggeessa ture garuu gara wagga digdamaaf erga waraanni Veetnam ...
“Yeroo ammaa adduunyaa irratti namoottan wabii midhaan nyaataa hin qabnee miiliyoonii 260 ta’antu argamu”jedhan ministeerri dhimma alaa mootummaa Yunaayitid Isteets Antoonii Biliinken. Itti ...
Women mourn during the funeral ceremony of Dinka Chala, a primary school teacher whom family members said was shot dead by military forces during a demonstration in Holonkomi town, Ethiopia on ...
Baatii Eeblaa keesssa kan ayyaaneffatamu guyyaa dachii uumamaa fi qilleensa naannoo keenyaa kunuunsuu qofa utuu hin taane, Sochiin waa’ee qilleensa naannoos yeroo itti ka’ee dha. Dhuma irrattis ...
Tatamsa'inni koronaavaayirasii hammaachuu hordofuun akkaataa barri haaraa kabajamu ilaalchisee mootummoonni biyyoota addunyaa uggura haaraa labsaa jiru. Agarsiisawwan richiitii fi sagantaawwan ...
UPDATE: Ethiopia announced that it would restore phone and internet service to western Oromia after a three-month shutdown. (New York) – Intentionally shutting down or restricting access to the ...